Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddar Deevid Saatarfiildi fi Itti-aanaan isaanii Paayitan Nofaa har'a Finfinnee akka seenan Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa beeksise.
Baatii Sadaasaa darbe kutaalee Lixaa fi Kibba Oromiyaa iddoo humnooti mootummaa hidhattootaan lolaa jiran dabalatee bakkoota gara garaatti lammileen nagaa hedduu ajjeefamuu gabaasaaleen bal'inaan ...